Jirra masoo
Pop
00:00 / 00:00
Lyrics
Jirra masoo jirra masoo jirra masoo ooyyeeeee
Jirra masoo jirra masoo jirra masoo ooooyyyeeee
International Taekwon-do Club
Safuu fi naamusa aadaa ummataa
Seeraa fi seenaa deebisee dagaagsa
Sabom Eliyaas Qamar, jaalala fi gorsa,
Leenjisaa nageenyaa leellisaa tokkummaa
Dandeettii fi kutannoon kee waliin,
Siin barannee guddachuu,
Taekwondo’n nu jabeessa.
Jirra masoo, si faarsuun milkaa'ina,
Sabom Eliyaas, hojii keetiin si leellifna
Waliin hojjannee, ummatas leenjifna
Si waliin hojjannee aadaa keenya cimsina
Ispoortiin jaalala kanarra darbeetuu
Tokkummaa cimsuudhaan Nageenya lallaba